Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Guyyaan WBO Sirna Ho'aan Kabajaamee Hole

Amajjin tokko Guyyaan WBO seenaa qabsoo Uumata Oromoo ABO'n geggeefamu keessatti bakka gudddaa kanqabuu fi bara baraan golee Oromiyaa fi Oromoota biyaa ambaa adda addaa keessa faca'anii jiraatanii ni kabajama. Guyyaa WBO mirgaa fi Oromummaa WBO nu gonfachiisaan yaadachaa fi falama abbaa bi yyummaa Oroof jabaannee qabsaa'uuf guyyaa waadaa keenyaa itti haaromsinu dha.

Kanaaf nutiis Misensoonfi degartoon ABO kuta New Zealand keessa jiraanu guyyaa kana ilalchisee sirna ho'aan kabajanee holeera. Walgahiin kun akkuma adaa Oromootti ebba mogudotiin baname faruu Aalabaatiin cufamee jira.

Walgahii kana hasadhaan kana banana duraa'taa Kuta Neazland yeroo ta'aan halaa qabsoo Bilisummaa Oromoo yeroo amma kana erraa jiruufi guyyaan kun maliif akka kabajaamu ibsii balaan kenamee jira.

Kantii hasudhaan bakka buooni konyaa  walduraa dubaan ibsaa balla kenanii jiru,aksumaas walgahiin kun kara saraara paltokitiin Uumman Oroomoo adunyarraa jiru akka irraa qoda fudhatu godhamee jira.Akuma kanan WBO jabesuuf suraa gototaa jaallan shaan(5)of keessa kan qabu ojetame kara sarraara paltokii caalbasitti dhiesuun $USA kuma lamaatti(2000) gurguramee jira, caalbaasi kana kan injifatee J/Boona Oromoo ture, waluma Galati guyyaa kana ialcisee WBO jabesuuf $NZ 4700 gumchaan jiru.

Knafu nutiis ibsa ejeenno arman gadi kana bafanee jira.

1. Yeroo amma kana WBOn tarakafi diinaartti fudhachaa jiru dhinqisifachaa waan dandanyun bira dhabachuf waada keenya haarmsinee jira.

2.  Gootota Oromoo Qabsoo Oromoof jechaa lubbuu isaanii dabarsan, akkasumas kanneen hanga hardhaatti mana hidhaa keessatti mootummaa abbaa irreen dararaman gadda guddaan yaadana,                                           

3. ABO dhaloota irraa eegalee kan duula belleessii diinaa keessa qoramee darbe tahuu ni hubanna kana  keessa darbuun sadarkaa qabsoon keenya amma irra jiru diinoota keenya abdii waan kutachiisaa jiruuf ololaa diggaa, duula balleessii sadarakaa adda addaati diinni qabsoo keenyaa oofaa jiru dammaqinaan dura dhaabachuun qabsoo ABOn geggeeffamu bakkaan gahuuf, dhaaba keenyaafiis saba Oromoofis waadaa ni seenna,

4. ABO fi Uummata Oromoo addaan qooduuf tattaaffii diinnonni sabaa fi dhaabaa godhan hunda dura dhaabbanna, 

5. Dargaggoonni , barattoonni, daldaltoonni, akkasumas qotatee bultoonni Oromoo hanga qabsoon Oromoo galii isaa ga'utti harka wal qabannee mootummaa abbaa irree ofirraa buqqisnu waamicha goona.                                               

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

Injifannoo Uummata Oromoof!

Misensotaafi degartootaa ABO

Kuta New Zealand.

MOA


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net